caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 165

Medina · revelation order 92 · 4:165

رُّسُلًا مُّبَشِّرِينَ وَمُنذِرِينَ لِئَلَّا يَكُونَ لِلنَّاسِ عَلَى ٱللَّهِ حُجَّةٌۢ بَعْدَ ٱلرُّسُلِ وَكَانَ ٱللَّهُ عَزِيزًا حَكِيمًا

Oromo Translation - Gali AbaborGammachiisoofi dinniinoo taasifnee ergamtoota (ergine.), Akka Ergamtoota booda Rabbi irratti namaaf ragaan hin argamneef Rabbiin injifataa, ogeessa.tahee jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70