وَإِن مِّنْ أَهْلِ ٱلْكِتَٰبِ إِلَّا لَيُؤْمِنَنَّ بِهِۦ قَبْلَ مَوْتِهِۦ وَيَوْمَ ٱلْقِيَٰمَةِ يَكُونُ عَلَيْهِمْ شَهِيدًا
Oromo Translation - Gali AbaborAbbootiin kitaabaa kamillee odoo hin du'in dura isatti amanu malee hin hafu, Guyyaa Qiyaamaa isaan irratti ragaa ta’a.