وَنَجَّيْنَٰهُ وَأَهْلَهُۥ مِنَ ٱلْكَرْبِ ٱلْعَظِيمِ Oromo Translation - Gali AbaborBadii guddaa (bishaanin liqimfamuu) irraa isaafi maatii isaa baraarsine.