وَمَا لِىَ لَآ أَعْبُدُ ٱلَّذِى فَطَرَنِى وَإِلَيْهِ تُرْجَعُونَ Oromo Translation - Gali AbaborAni maaltu naaftahe kan Isa na uume hin gabbarre? siniis gara Isaa deebifamtu.