caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yaseen, Verse 15

Mecca · revelation order 41 · 36:15

قَالُوا۟ مَآ أَنتُمْ إِلَّا بَشَرٌ مِّثْلُنَا وَمَآ أَنزَلَ ٱلرَّحْمَٰنُ مِن شَىْءٍ إِنْ أَنتُمْ إِلَّا تَكْذِبُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaanis “isin namuma akka keenyaati malee waan biraa miti. Rahmaan homa tokkoyyuu hin buufne; isin kan sobdan malee waan biraa hin taane” jedhan.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70