caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Saba, Verse 9

Mecca · revelation order 58 · 34:9

أَفَلَمْ يَرَوْا۟ إِلَىٰ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُم مِّنَ ٱلسَّمَآءِ وَٱلْأَرْضِ إِن نَّشَأْ نَخْسِفْ بِهِمُ ٱلْأَرْضَ أَوْ نُسْقِطْ عَلَيْهِمْ كِسَفًا مِّنَ ٱلسَّمَآءِ إِنَّ فِى ذَٰلِكَ لَـَٔايَةً لِّكُلِّ عَبْدٍ مُّنِيبٍ

Oromo Translation - Gali AbaborSila isaan gara waan dura isaaniifi waan duuba isaanii jiru samiifi dachii irraa hin ilaallee? Yoo feenes dachii isaaniin kunna; yookiin cittuu samii irraa taate isaan irratti kuffifna. sana keessa gabricha gara Rabbiitti tawbaa deebi’u hundaaf mallattootu jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70