وَلَوْ تَرَىٰٓ إِذْ فَزِعُوا۟ فَلَا فَوْتَ وَأُخِذُوا۟ مِن مَّكَانٍ قَرِيبٍ
Oromo Translation - Gali Ababor(Yaa Mohammad SAW!) odoo yeroo isaan (ibidda arganii) rifatan agartee, (silaa waan guddaa agarta). Iddoon itti bahanis (isaaniif) hin jiru. Iddoo dhihoo irraa qabamanii jiru.