قُلْ إِن ضَلَلْتُ فَإِنَّمَآ أَضِلُّ عَلَىٰ نَفْسِى وَإِنِ ٱهْتَدَيْتُ فَبِمَا يُوحِىٓ إِلَىَّ رَبِّىٓ إِنَّهُۥ سَمِيعٌ قَرِيبٌ
Oromo Translation - Gali Ababor“Yoon jalladhes, kan ani jalladhu lubbuu kiyya irratti. Yoon karaa qajeelaa qabadhes, waan Rabbiin kiyya gara kiyyatti erguuni. Inni dhagayaa, dhihaataadha” jedhi.