أَمَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَعَمِلُوا۟ ٱلصَّٰلِحَٰتِ فَلَهُمْ جَنَّٰتُ ٱلْمَأْوَىٰ نُزُلًۢا بِمَا كَانُوا۟ يَعْمَلُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborAmmoo Warri amananii gaggaarii hojjatan jannata qobsumaatu isaaniif jira, qubannoota waan isaan hojjataa turaniif jecha.