وَمِنَ ٱلنَّاسِ مَن يَشْتَرِى لَهْوَ ٱلْحَدِيثِ لِيُضِلَّ عَن سَبِيلِ ٱللَّهِ بِغَيْرِ عِلْمٍ وَيَتَّخِذَهَا هُزُوًا أُو۟لَٰٓئِكَ لَهُمْ عَذَابٌ مُّهِينٌ
Oromo Translation - Gali AbaborNamoota irraa nama haasawa taphaa bituutu jira. beekumsaan ala karaa Rabbii irraa ittiin (nama) jallisuuf, meeshaa taphaa taasifachuuf. Isaan sana adabbii xiqqeessaatu isaaniif jira.