caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Luqman, Verse 31

Mecca · revelation order 57 · 31:31

أَلَمْ تَرَ أَنَّ ٱلْفُلْكَ تَجْرِى فِى ٱلْبَحْرِ بِنِعْمَتِ ٱللَّهِ لِيُرِيَكُم مِّنْ ءَايَٰتِهِۦٓ إِنَّ فِى ذَٰلِكَ لَـَٔايَٰتٍ لِّكُلِّ صَبَّارٍ شَكُورٍ

Oromo Translation - Gali AbaborSila akka dooniin tola Rabbiitiin galaana keessa deemtu hin arginee? (kuni) (Rabbiin) mallattoollee Isaa irraa isinitti agarsiisuufi. kana mallattooleetu jira akkaan obsitootaafii galateeffattootaa hundaaf .
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70