caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Luqman, Verse 21

Mecca · revelation order 57 · 31:21

وَإِذَا قِيلَ لَهُمُ ٱتَّبِعُوا۟ مَآ أَنزَلَ ٱللَّهُ قَالُوا۟ بَلْ نَتَّبِعُ مَا وَجَدْنَا عَلَيْهِ ءَابَآءَنَآ أَوَلَوْ كَانَ ٱلشَّيْطَٰنُ يَدْعُوهُمْ إِلَىٰ عَذَابِ ٱلسَّعِيرِ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo “Waan Rabbiin buuse hordofaa” isaaniin jedhame “Lakkisaa; nuti waan abbootii keenya isarratti argine hordofna” jedhu. Oduma Sheyxaanni gara azaaba boba’aatti kan isaan waamullee ta’ee moo?
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70