caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Luqman, Verse 18

Mecca · revelation order 57 · 31:18

وَلَا تُصَعِّرْ خَدَّكَ لِلنَّاسِ وَلَا تَمْشِ فِى ٱلْأَرْضِ مَرَحًا إِنَّ ٱللَّهَ لَا يُحِبُّ كُلَّ مُخْتَالٍ فَخُورٍ

Oromo Translation - Gali Ababor[Boonaan] maddii (boqoo) kee namoota irraa gara hin galchin; dachii keessas of tuulaa hin deemin. Rabbiin of tuulaa, of dhaadaa hunda hin jaallatu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70