caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Ar-Room, Verse 50

Mecca · revelation order 84 · 30:50

فَٱنظُرْ إِلَىٰٓ ءَاثَٰرِ رَحْمَتِ ٱللَّهِ كَيْفَ يُحْىِ ٱلْأَرْضَ بَعْدَ مَوْتِهَآ إِنَّ ذَٰلِكَ لَمُحْىِ ٱلْمَوْتَىٰ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَىْءٍ قَدِيرٌ

Oromo Translation - Gali AbaborGara faana rahmata Rabbii ilaali, akkamitti akka (inni) dachii erga isheen duutee booda jiraachisu. Dhugumatti [Rabbiin] Sun du’aawwan ni jiraachisa. Inni waan hunda irratti danda’aadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70