caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Ar-Room, Verse 25

Mecca · revelation order 84 · 30:25

وَمِنْ ءَايَٰتِهِۦٓ أَن تَقُومَ ٱلسَّمَآءُ وَٱلْأَرْضُ بِأَمْرِهِۦ ثُمَّ إِذَا دَعَاكُمْ دَعْوَةً مِّنَ ٱلْأَرْضِ إِذَآ أَنتُمْ تَخْرُجُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborMallattoolee isaarraa Samiifi dachiin ajaja Isaatiin dhaabbachuu, sana booda yeroo Inni dachii irraa waamicha tokko isin waame, yeroma san isin (awwaala keessaa) baatu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70