وَيَوْمَ تَقُومُ ٱلسَّاعَةُ يَوْمَئِذٍ يَتَفَرَّقُونَ Oromo Translation - Gali AbaborGuyyaa Qiyaamaan dhaabbattu, guyyaa san (mu’uminootaafi kaafiroonni) addaan babahu.