caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Aal-i-Imraan, Verse 93

Medina · revelation order 89 · 3:93

كُلُّ ٱلطَّعَامِ كَانَ حِلًّا لِّبَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ إِلَّا مَا حَرَّمَ إِسْرَٰٓءِيلُ عَلَىٰ نَفْسِهِۦ مِن قَبْلِ أَن تُنَزَّلَ ٱلتَّوْرَىٰةُ قُلْ فَأْتُوا۟ بِٱلتَّوْرَىٰةِ فَٱتْلُوهَآ إِن كُنتُمْ صَٰدِقِينَ

Oromo Translation - Gali Ababornyaanni hunduu Ilmaan Israa’iiliif halaala tahe ture, Waan Israa’iil odoo Tawraat hin bu’in dura lubbuu isaa irratti haraama taasise malee. (Yaa Muhammad) jedhiin "Tawraatiin fidaa isii dubbisaa yoo kan dhugaa dubbattan taatan ”
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70