ذُرِّيَّةًۢ بَعْضُهَا مِنۢ بَعْضٍ وَٱللَّهُ سَمِيعٌ عَلِيمٌ Oromo Translation - Gali AbaborSanyii gariin ishee garii irraa taate san [filate]. Rabbiin dhagayaa, beekaadha.