كُلُّ نَفْسٍ ذَآئِقَةُ ٱلْمَوْتِ وَإِنَّمَا تُوَفَّوْنَ أُجُورَكُمْ يَوْمَ ٱلْقِيَٰمَةِ فَمَن زُحْزِحَ عَنِ ٱلنَّارِ وَأُدْخِلَ ٱلْجَنَّةَ فَقَدْ فَازَ وَمَا ٱلْحَيَوٰةُ ٱلدُّنْيَآ إِلَّا مَتَٰعُ ٱلْغُرُورِ
Oromo Translation - Gali AbaborLubbuun hundi du’a dhandhamtuudha, Mindaawwan keessan guutummaatti kan kennamtan Guyyaa Qiyaamati. Namni ibidda irraa fageeffamee jannata seensifame, dhugumatti milkaayeera. Jireenyi addunyaa waa hintaane meeshaa daguu malee.