caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Aal-i-Imraan, Verse 146

Medina · revelation order 89 · 3:146

وَكَأَيِّن مِّن نَّبِىٍّ قَٰتَلَ مَعَهُۥ رِبِّيُّونَ كَثِيرٌ فَمَا وَهَنُوا۟ لِمَآ أَصَابَهُمْ فِى سَبِيلِ ٱللَّهِ وَمَا ضَعُفُوا۟ وَمَا ٱسْتَكَانُوا۟ وَٱللَّهُ يُحِبُّ ٱلصَّٰبِرِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborNabiyyoota irraa kan beektonni heddu isaa wajjin lolan baay'eedha, Waan karaa Rabbii keessatti isaan tuqeef hin laafne; hin dadhabnes; (diinaafis) hin jilbiiffanne, Rabbiin obsitoota jaallata.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70