caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Aal-i-Imraan, Verse 10

Medina · revelation order 89 · 3:10

إِنَّ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ لَن تُغْنِىَ عَنْهُمْ أَمْوَٰلُهُمْ وَلَآ أَوْلَٰدُهُم مِّنَ ٱللَّهِ شَيْـًٔا وَأُو۟لَٰٓئِكَ هُمْ وَقُودُ ٱلنَّارِ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti isaannan kafaran qabeenyaaleefi ilmaan isaanii Rabbirraa (adaba Isaa irraa) homaa isaan hin duroomsitu. warri sun qoraan ibiddaati
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70