caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Naml, Verse 88

Mecca · revelation order 48 · 27:88

وَتَرَى ٱلْجِبَالَ تَحْسَبُهَا جَامِدَةً وَهِىَ تَمُرُّ مَرَّ ٱلسَّحَابِ صُنْعَ ٱللَّهِ ٱلَّذِىٓ أَتْقَنَ كُلَّ شَىْءٍ إِنَّهُۥ خَبِيرٌۢ بِمَا تَفْعَلُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborGaarreen kan dhaabbattu ta’uu ishee sehaa argita odoo isheen akka duumessaatti deemtuu. Hojii Rabbii wanta hunda jabeessee [ilaali] Inni waan isin hojjattan keessa beekaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70