caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Naml, Verse 42

Mecca · revelation order 48 · 27:42

فَلَمَّا جَآءَتْ قِيلَ أَهَٰكَذَا عَرْشُكِ قَالَتْ كَأَنَّهُۥ هُوَ وَأُوتِينَا ٱلْعِلْمَ مِن قَبْلِهَا وَكُنَّا مُسْلِمِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroma isheen dhuftu sireen kee akka kanaa jedhame, Isheenis “inni akkuma waan isaati” jette. [Suleymaanis] “dura ishee beekumsa kennamnee, Muslimtoota taaneerra” (jedhe).
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70