يُلْقُونَ ٱلسَّمْعَ وَأَكْثَرُهُمْ كَٰذِبُونَ Oromo Translation - Gali AbaborWanta dhagahan [waa himtuu irratti] gadi buusu. Irra baay’een isaanii kijibdoota.