caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Furqaan, Verse 4

Mecca · revelation order 42 · 25:4

وَقَالَ ٱلَّذِينَ كَفَرُوٓا۟ إِنْ هَٰذَآ إِلَّآ إِفْكٌ ٱفْتَرَىٰهُ وَأَعَانَهُۥ عَلَيْهِ قَوْمٌ ءَاخَرُونَ فَقَدْ جَآءُو ظُلْمًا وَزُورًا

Oromo Translation - Gali AbaborWarri kafaran nijedhan “kun soba inni (Muhammad) of irraa uumeefi namoonni biraa irratti isa gargaaran malee waan biraatii miti”. Dhugumatti isaan miidhaafi cubbuu rawwatanii jiru
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70