ٱلَّذِينَ يَرِثُونَ ٱلْفِرْدَوْسَ هُمْ فِيهَا خَٰلِدُونَ Oromo Translation - Gali AbaborIsaan warra Firdawsiin dhaalanu. isaan ishee keessatti hafoodha.