caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Taa-Haa, Verse 66

Mecca · revelation order 45 · 20:66

قَالَ بَلْ أَلْقُوا۟ فَإِذَا حِبَالُهُمْ وَعِصِيُّهُمْ يُخَيَّلُ إِلَيْهِ مِن سِحْرِهِمْ أَنَّهَا تَسْعَىٰ

Oromo Translation - Gali Ababor(Muusaanis) “Lakkisaa; isinummaan darbaa!” jedhe, yoggus haadoowwan isaaniifi uleewwann isaaniis falfala isaanii irraa kan ka'e waan fiigdu (bofa) itti fakkeeffama.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70