caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 65

Medina · revelation order 87 · 2:65

وَلَقَدْ عَلِمْتُمُ ٱلَّذِينَ ٱعْتَدَوْا۟ مِنكُمْ فِى ٱلسَّبْتِ فَقُلْنَا لَهُمْ كُونُوا۟ قِرَدَةً خَٰسِـِٔينَ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti isin warra isin irraa [dhimma] Sanbataa keessatti daangaa dabranii, "isin jaldeeyyii salphattoota ta’aa" isaaniin jenne beektanii jirtu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70