هُوَ ٱلَّذِى خَلَقَ لَكُم مَّا فِى ٱلْأَرْضِ جَمِيعًا ثُمَّ ٱسْتَوَىٰٓ إِلَى ٱلسَّمَآءِ فَسَوَّىٰهُنَّ سَبْعَ سَمَٰوَٰتٍ وَهُوَ بِكُلِّ شَىْءٍ عَلِيمٌ
Oromo Translation - Gali AbaborInni (Rabbiin) Isa waan dachii keessa jiru hunda isiniif uumee, ergasii gara samii ol ta’ee, samii torba isaan taasiseedha. Inni waan hunda akkaan beekaadha.