يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓا۟ أَنفِقُوا۟ مِمَّا رَزَقْنَٰكُم مِّن قَبْلِ أَن يَأْتِىَ يَوْمٌ لَّا بَيْعٌ فِيهِ وَلَا خُلَّةٌ وَلَا شَفَٰعَةٌ وَٱلْكَٰفِرُونَ هُمُ ٱلظَّٰلِمُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborIsin Yaa warra amantan! waan Nuti isiniif kennine irraa kennadhaa Odoo guyyaan (bittaa) gurgurtaan, jaalalleefi manguddummaan isa keessa hin jirre hin dhufin duratti. Kaafiroonni isaanumatu miidhaa raawwattoota.