caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 225

Medina · revelation order 87 · 2:225

لَّا يُؤَاخِذُكُمُ ٱللَّهُ بِٱللَّغْوِ فِىٓ أَيْمَٰنِكُمْ وَلَٰكِن يُؤَاخِذُكُم بِمَا كَسَبَتْ قُلُوبُكُمْ وَٱللَّهُ غَفُورٌ حَلِيمٌ

Oromo Translation - Gali AbaborRabbiin dogoggoraaf isin hinqabu kakuu keessan keessatti.Garuu waan onneenneewan keessan hojjataniif isin qaba. Rabbiin araaramaa, obsaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70