وَإِذَا قِيلَ لَهُ ٱتَّقِ ٱللَّهَ أَخَذَتْهُ ٱلْعِزَّةُ بِٱلْإِثْمِ فَحَسْبُهُۥ جَهَنَّمُ وَلَبِئْسَ ٱلْمِهَادُ
Oromo Translation - Gali AbaborYeroo "Rabbiin sodaadhu" isaan jedhame of tuulummaan badiitti isa kakaasa. Ga’aan Isaa jahannami, Afanni (jahannam ta’uun) waa fokkate!