وَلَا تَأْكُلُوٓا۟ أَمْوَٰلَكُم بَيْنَكُم بِٱلْبَٰطِلِ وَتُدْلُوا۟ بِهَآ إِلَى ٱلْحُكَّامِ لِتَأْكُلُوا۟ فَرِيقًا مِّنْ أَمْوَٰلِ ٱلنَّاسِ بِٱلْإِثْمِ وَأَنتُمْ تَعْلَمُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborQabeenyaalee keessan gidduu keessanitti sobaan hin nyaatinaa.abbootii seeraatiifis malaan-maltummaan hin dhihaatinaa, Qabeenya namootaa irraa garii isaa odoo beektan cubbuun nyaachuuf jecha.