فَمَنْ خَافَ مِن مُّوصٍ جَنَفًا أَوْ إِثْمًا فَأَصْلَحَ بَيْنَهُمْ فَلَآ إِثْمَ عَلَيْهِ إِنَّ ٱللَّهَ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Oromo Translation - Gali AbaborNamni isa dhaamu san irraa jal’ina yookiin badii sodaatee gidduu isaanii araarse, badiin isa irra hin jiru. Dhugumatti, Rabbiin akkaan araaramaa rahmata godhaadha.