وَلَا تَقُولُوا۟ لِمَن يُقْتَلُ فِى سَبِيلِ ٱللَّهِ أَمْوَٰتٌۢ بَلْ أَحْيَآءٌ وَلَٰكِن لَّا تَشْعُرُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborNama karaa Rabbii keessatti ajjeefamuun du’aadha hin jedhinaa. Dhugumatti isaan jiratoodha, garuu isin hin beektanu.