caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 137

Medina · revelation order 87 · 2:137

فَإِنْ ءَامَنُوا۟ بِمِثْلِ مَآ ءَامَنتُم بِهِۦ فَقَدِ ٱهْتَدَوا۟ وَّإِن تَوَلَّوْا۟ فَإِنَّمَا هُمْ فِى شِقَاقٍ فَسَيَكْفِيكَهُمُ ٱللَّهُ وَهُوَ ٱلسَّمِيعُ ٱلْعَلِيمُ

Oromo Translation - Gali AbaborYoo fakkaataa waan isin itti amantaniititti amananiif dhugumatti qajeelaniiru,Yoo isa irraa gara galan immoo isaan faallessuu qofa keessa jiru, Rabbiinis isaan siif ga’a (sirraa dhorga), Inni akkaan dhagayaa, akkaan beekaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70