وَٱتَّقُوا۟ يَوْمًا لَّا تَجْزِى نَفْسٌ عَن نَّفْسٍ شَيْـًٔا وَلَا يُقْبَلُ مِنْهَا عَدْلٌ وَلَا تَنفَعُهَا شَفَٰعَةٌ وَلَا هُمْ يُنصَرُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborGuyyaa lubbuun tokko lubbuu biraa hin fayyanne sodaadhaa. kan gumaanis ishee irraa hin fuudhamne, kan araarri homaatuu ishee hin fayyannee, kan isaanis tumsa hin arganne .