caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Maryam, Verse 97

Mecca · revelation order 44 · 19:97

فَإِنَّمَا يَسَّرْنَٰهُ بِلِسَانِكَ لِتُبَشِّرَ بِهِ ٱلْمُتَّقِينَ وَتُنذِرَ بِهِۦ قَوْمًا لُّدًّا

Oromo Translation - Gali AbaborWanti Nuti arraba kee irratti isa (Qur’aana kana) sii laaffifneef akka warra Rabbiin sodaatan ittiin gammachiiftee, ummata akkaan mormitoota ta’an immoo ittiin sodaachiftuufi.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70