caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Maryam, Verse 38

Mecca · revelation order 44 · 19:38

أَسْمِعْ بِهِمْ وَأَبْصِرْ يَوْمَ يَأْتُونَنَا لَٰكِنِ ٱلظَّٰلِمُونَ ٱلْيَوْمَ فِى ضَلَٰلٍ مُّبِينٍ

Oromo Translation - Gali AbaborMaaltu akkaan dhaga’oo argoo isaan taasise, (Kaafiroonni) guyyaa isaan Nutti dhufan. Garuu hardha miidhaa raawwattoonni jallina ifaa ta’e keessa jiru.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70