كَذَٰلِكَ وَقَدْ أَحَطْنَا بِمَا لَدَيْهِ خُبْرًا Oromo Translation - Gali Ababor(Dubbichi) akka kana, Wantoota isa bira jiran dhugumatti, beekumsaan marsineerra.