caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Israa, Verse 95

Mecca · revelation order 50 · 17:95

قُل لَّوْ كَانَ فِى ٱلْأَرْضِ مَلَٰٓئِكَةٌ يَمْشُونَ مُطْمَئِنِّينَ لَنَزَّلْنَا عَلَيْهِم مِّنَ ٱلسَّمَآءِ مَلَكًا رَّسُولًا

Oromo Translation - Gali Ababor“Odoo dachii keessa maleykonni tasgabbaa’anii deeman kan jiraatan ta’ee, silaa maleykaa samii irraa ergamaa taasifnee isaan irratti buufna turre” jedhi.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70