وَقُل رَّبِّ أَدْخِلْنِى مُدْخَلَ صِدْقٍ وَأَخْرِجْنِى مُخْرَجَ صِدْقٍ وَٱجْعَل لِّى مِن لَّدُنكَ سُلْطَٰنًا نَّصِيرًا
Oromo Translation - Gali AbaborJedhis: “(yaa) Gooftaa kiyya! Seensa gaarii naseensisi, Ba’iinsa gaariis na baasi, Si biraa ragaa na gargaaru naaf taasisi.