أُو۟لَٰٓئِكَ ٱلَّذِينَ يَدْعُونَ يَبْتَغُونَ إِلَىٰ رَبِّهِمُ ٱلْوَسِيلَةَ أَيُّهُمْ أَقْرَبُ وَيَرْجُونَ رَحْمَتَهُۥ وَيَخَافُونَ عَذَابَهُۥٓ إِنَّ عَذَابَ رَبِّكَ كَانَ مَحْذُورًا
Oromo Translation - Gali AbaborWarri isaan yaammatan sun gara Rabbii isaaniitti dhiheenya barbaadu.eenyuu isaaniitu gara Rabbiitti irra dhihaataadhaan. {1} Rahmata isaas ni kajeelu. adabbii isaa ni sodaatu. Dhugumatti, adabbiin Rabbii keetii sodaatamaa ta’ee jira.