caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Israa, Verse 44

Mecca · revelation order 50 · 17:44

تُسَبِّحُ لَهُ ٱلسَّمَٰوَٰتُ ٱلسَّبْعُ وَٱلْأَرْضُ وَمَن فِيهِنَّ وَإِن مِّن شَىْءٍ إِلَّا يُسَبِّحُ بِحَمْدِهِۦ وَلَٰكِن لَّا تَفْقَهُونَ تَسْبِيحَهُمْ إِنَّهُۥ كَانَ حَلِيمًا غَفُورًا

Oromo Translation - Gali AbaborSamiin torbaniifi Dachiin, wanni isaan keessa jiran hundi Isa faarsu. Wanti tokkos kan odoo faaruu Isaatiin Isa hin qulqulleessin hafu hin jiru. Garuu isin faaruu isaanii hin beektanu. Inni obsaa, araaramaa ta’eera.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70