وَكَمْ أَهْلَكْنَا مِنَ ٱلْقُرُونِ مِنۢ بَعْدِ نُوحٍ وَكَفَىٰ بِرَبِّكَ بِذُنُوبِ عِبَادِهِۦ خَبِيرًۢا بَصِيرًا
Oromo Translation - Gali AbaborNuuhiin booda magaalota irraa meeqaatama balleessine! Gooftaan kee ga’aadha Badii gabroota Isaa beekaa argaa ta’uutti.