caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Israa, Verse 104

Mecca · revelation order 50 · 17:104

وَقُلْنَا مِنۢ بَعْدِهِۦ لِبَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ ٱسْكُنُوا۟ ٱلْأَرْضَ فَإِذَا جَآءَ وَعْدُ ٱلْـَٔاخِرَةِ جِئْنَا بِكُمْ لَفِيفًا

Oromo Translation - Gali AbaborNutis isa booda ilmaan Israa’iiliin ni jenne: “dachii keessa jiraadhaa. Yeroo beellamni boodaa (Qiyaamaan) dhufe, haala walitti qabamoo taataniin hunda keessaniin dhufna.”
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70