caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 96

Mecca · revelation order 70 · 16:96

مَا عِندَكُمْ يَنفَدُ وَمَا عِندَ ٱللَّهِ بَاقٍ وَلَنَجْزِيَنَّ ٱلَّذِينَ صَبَرُوٓا۟ أَجْرَهُم بِأَحْسَنِ مَا كَانُوا۟ يَعْمَلُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborWanti isin biraa ni dhuma, Wanti Rabbiin biraa immoo hafaadha. Isaan obsaniif mindaa isaanii irra gaarii waan isaan dalagaa turaniitiin isaan mindeessina.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70