caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 92

Mecca · revelation order 70 · 16:92

وَلَا تَكُونُوا۟ كَٱلَّتِى نَقَضَتْ غَزْلَهَا مِنۢ بَعْدِ قُوَّةٍ أَنكَٰثًا تَتَّخِذُونَ أَيْمَٰنَكُمْ دَخَلًۢا بَيْنَكُمْ أَن تَكُونَ أُمَّةٌ هِىَ أَرْبَىٰ مِنْ أُمَّةٍ إِنَّمَا يَبْلُوكُمُ ٱللَّهُ بِهِۦ وَلَيُبَيِّنَنَّ لَكُمْ يَوْمَ ٱلْقِيَٰمَةِ مَا كُنتُمْ فِيهِ تَخْتَلِفُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborAkka ishee jibrii ishee erga footee jabeessitee booda diiginsa diigdee hin ta’inaa, kakuu keessan gidduu keessanitti (wal ganuuf) seensa hingodhatinaa, Ummanni tokko ummata biraa irra sababa baay’achuutiin. Rabbiin kanaan isin qormaatuuf (kana godhe). Guyyaa Qiyaamaas waan isa keessatti wal dhabaa turtan dhugumatti isiniif addeessa.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70