بِٱلْبَيِّنَٰتِ وَٱلزُّبُرِ وَأَنزَلْنَآ إِلَيْكَ ٱلذِّكْرَ لِتُبَيِّنَ لِلنَّاسِ مَا نُزِّلَ إِلَيْهِمْ وَلَعَلَّهُمْ يَتَفَكَّرُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborMallattoolee ifa ta’aniifi kitaabotaan (isaan ergine).Qur’aana gara keetti buufne. Akka namootaaf waan gara isaaniitti buufame ibsituufi akka isaan xiinxalaniif.