يَوْمَ تَأْتِى كُلُّ نَفْسٍ تُجَٰدِلُ عَن نَّفْسِهَا وَتُوَفَّىٰ كُلُّ نَفْسٍ مَّا عَمِلَتْ وَهُمْ لَا يُظْلَمُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborGuyyaa lubbuun hundi kan ofirraa mormitu taatee dhuftuufi, kan lubbuun hundi waan dalagdeen mindeeffamtu [yaadadhu]. Isaan hin miidhaman.